App Aja’ibaa: Video Keessatti Suura Dhoksuu DandeessanBy Charles RaymondFebruary 25, 2026 Baga nagaan dhuftan hordoftoota keenya kabajamoo! Har’a, APP addaa tokko isinitti dhiheessina. APP kanaan vidio, suuraa, barreeffama fi awudio keessan…